Ibsa waa'ee viidiyoo, Arsits Abrahaam G/Medihiin sirba Alii Birraa hedduu jaallatuun akka sirba jalqabe dubbata. Arsits Abrahaam G/Medihiin sirba Alii Birraa hedduu ...
Artistoota fi qabsaa'ota gameeyyii Oromoo keessaa Haayiluu Kitaabaa isa tokko. Akkuma tasaa aartii keessatti of arge. Ammoo deeggaraa Arsenaal isa bara lakkoofsisedha. Amma garuu maalirra jira?